Oomisha Buna, Shaayee fi mi’eessituuwwanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.16 argame

Oomisha Buna, Shaayee fi mi’eessituuwwanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.16 argame

Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) – Baatiwwan torban darban keessa Buna, Shaayee fi mi’eessituuwwanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.16 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayee beeksise.

Buna gabaa Alaaf dhiyaaterraa qofa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.11 argamuu ibseera.

Kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Doolaara kuma 300 fi kuma 83 ol caalmaa qabaachuu himameera.

Saa’ud Arabiyaa, Jarmanii fi Beeljiyeem biyyoota Buna Itiyoophiyaa bituun adda aduree ta’an ta’uu himeera.

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment