Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan torban darban oomisha Avookaadoo alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Oomisha muduraa lafa hektaara kuma dhibba 1 fi kuma 61 fi 471 irratti misoomee jiru keessaa Avookaadoon lafa hektaara kuma 30 fi 587 irratti misoomuu Ministeera Qonnaatti Itti gaafatamaan deeksii muduraalee Obbo Axilaaw Anballuun ibsaniiru.
Baatiwwaan torban darban keessa Oomisha Avookaadoo gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni 1.6 ol argamuu ibsaniiru.
Maddi:- DhPI
#Oromiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.