Oolompikii Tookiyoo 2020n Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf Teekuwaandoon Dippiloomaa argatte

Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Hirmaannaa Oolompikii Tookiyoo 2020n Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf Worlidi Teekuwaandoon Dippiloomaa argatte.
Ityoophiyaa Baka bu’uun Kiiloo Giraama 58 kan hirmaate Atleet Salamoon Tufaa sadarkaa 7ffaa qabachuun Dippiloomaa argachuu ragaan Komishinii Ispoortii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment