Olancitiitti proojektiin koolleejjii BLTO Birrii miiliyoona 10.2 ijarramee eebbifame

Finfinnee, Hagayya 10, 2012 (FBC) – Godina Shawaa bahaa aanaa Boosatitti Proojektiin koolleejjii BLTO magaalaa Olancitii ijarraama ture eebbifameera.

Proojektichi baajata mootummaa naannoo Oromiyaan Birrii miiliyoona 10.2n ijaarrame jedhameera.

Koolleejjin ebbifamee kun gosa muummee aawutoomootivii fi jeneraal makaanisiimiin barnoota kan kennuu ta’uu ragaan Waajjiira Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Boosatirraa argannee ni muuldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment