Oladeemtuu Miseensota garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedamteef manni jireenyaa kenname

Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee oladeemtuu  Miseensonni garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedan Ikraam Yaasiniif  mana jireenyaa fi Birrii miiliyoonni 1 deeggarsi taasiseef.

Dabalataanis daa’ima abbaan isaa adda waraanaatti jalaa wareegame Biiniyaam Geetaachoo Morodaaf tumsi abbootii qabeenyaa Amaaraa Birrii miiliyoona 1 deeggarsa taasisuu ragaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment