Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin mari’achuuf jechuun tatamsa’aa jiru soba ta’uu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Odeeffannoon aanga’oonni Ityoophiyaa Ugaandaatti ABUT waliin jaarsuummaa ta’uuf jechuun miidiyaalee garaagaraan tatamsa’aa jiru soba ta’uu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifachiisaa ibse.
Mootummaan federaalaa naannoo Tigraayitti olaantummaa seeraa kabachiisuuf murannoon hojjetaa jira jedhame.
Qaamooleen miidiyaa dhimmoota hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiru ilaalchisee gaaffii ka’uuf koree labsii yeroo ariifachiisaa gama Seekreetariiyaat Preesiin qulqulleeffachuu akka qaban waamichi dhiyaateera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment