Odeeffannoo sobaa fi haasawa jibbiinsaa qolachuun biyya cimaa ijaaruun murteessaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Mariin biyyaalessaa haasawa jibbiinsaa fi qabsoo ragaa sobaarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Marichi mata duree’haasawa jibbiinsaa fi ragaa sobaarratti qabsaa’uun sirna diimookiraasii ni ijaarra’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Daayrektara olaanaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa Obbo Mahaammad Indiriis dabalatee ogeeyyiin miidiyaalee fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru jedhame.
Haabtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment