Obbolummaan Sabdaneessummaa wabii Tokkummaa Itiyoophiyaatii-Jiraattoota Godina Harargee Bahaa

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggersaa Bitootessa 24 guyyaa injifannoon hooggansa jijjiiramaan itti argame sadarkaa Godina Harargee Bahaatti Magaalaa Maayaatti gaggeeffameera.
 
Hiriirri deeggersaa kun mata duree “Injifannoowwan jijjiiramaan argame itti fufsiisuun badhaadhina hunda galeessa ni mirkaneessina jedhuun gaggeeffameera.
 
Hiriiricharratti hooggansi godinaa fi magaalaa akkasuma hawaasni magaalaa Maayaa fi jiraattonni aanaalee Godina Harargee Bahaa argamaniiru.
 
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment