Obbo Zhaanxiraar Abbay Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Qindeessaa Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Obbo Zhaanxiraar Abbay Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Qindeessaa Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa ta’uun muudaman.

 

Manni Maree magaalaa Finfinnee walga’ii ariifachiisaa har’a taa’een obbo Zhaanxiraar Abbay Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Qindeessaa Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa  godhuun muudeera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Comments (0)
Add Comment