Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan.

Naannoo fakkeenya Nageenyaa, Jaalalaa fi waldanda’uu taate hundeessuun gara sochiitti galleerra jedhan Obbo Xilahuun.

Naannichatti jijjiirama qabatamaa fiduuf ummata waliin ni hojjenna jedhaniiru.

Sagantaan hundeeffama naannichaa ifatti labsuu Kamisa dhufu kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment