Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Obbo Wandimmuu Kurtaa Af Yaa’ii Mana maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Obbo Wandimmuun Af Yaa’ii Mana Maree naannichaa ta’uu sirna kakuu raawwataniru.
Hundeeffama naannichaa gaggeeffaamaa jiruun Aadde Gannat Mangashaan ammoo Itti aantuu Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment