Obbo Tamasgeen Zawdeen boqatan

Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa duraanii kan turan obbo Tamasgeen Zawdeen boqatan.

Obbo Tamasgeenif wallaansi fayyaa taasifamaafii turus har’a barii boqachuun isaanii barameera.

Bara 1998 amma 2002 Qinijjiit bakka bu’uudhan miseensa mana maree turan.

Obbo Tamasgeen warroomanii abbaa ijoollee 2 turan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment