Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota damee qonnaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xiruun hoggantoota damee qonnaa Mootummaa Federaalaa fi naannolee waliin mari’ataniiru.

Hoggantoota kanneen waliin marii bu’aa qabeessa taasiisuu Obbo Tamasgeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment