Obbo Taaggasee Caafoo fi Dassitaa Leeddaamoon filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Obbo Taaggasee Caafoo fi Dassitaa Leeddaamoon filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru.
Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon magaalaa Aarbaa Mincitti argamuun erga sagalee laatanii biqiltuu dhaabaniiru.
Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Sidamaa obbo Dassitaa Leeddamoos Magaalaa Hawaasaatti argamuun sagalee laataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment