Obbo Taaggasaa Caafoon Komishinaraa Olaanaa Koomishinii Mirga Namoomaa gaggeessan

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon yeroo aangoo isaanii kan xumuraan Komishinara Olaanaa Koomishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Dooktar Daani’eel Baqqalaa gaggeessan

Dooktar Daani’eel Waxabajjii 25, 2011 Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti dhiyaachuun Komishinara Olaanaa Koomishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa ta’uun muudamuun isaanii ni yaadatama.

Obbo Taaggasaa Caafoonis yeroo aangoo isaanii kan xumuran Komishinarichaaf gaggeessaa taasisuu TOI gabaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment