Obbo Taaggasaa Caafoon du’aan boqochuu Seenaatara Duraanii Ameerikaa Jiim Inhoofiin gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon Du’aan boqochuu Seenaatara Duraanii Ameerikaa Jiim Inhoofiin gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Obbo Taaggasaa Caafoon gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti Seenaatar Jiim Inhoof yeroo gammachuuttis ta’e gaddatti michuu Itiyoophiyaa akka turan yaadachiisaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment