Obbo Shimallisa Abdiisaa Preezdaantii naannoo Oromiyaa ta’uun mudaman

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen obbo Shimallis Abdiisaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa taasiisuun filateera.
Dhiyeessummaa Itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan Obbo Shimallisa AbdiisaanPreezdaantii  mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uun irra deebiin  muudamaniiru.
Obbo shimallis sirna kakuu raawwataniiru.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment