Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisaan Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti qamadii jallisiin misoome daawwataniiru.
Daawwannaa Aanaa Adaamaattis kan itti fufu ta’uu TOI gabaaseera.
Godina Shawaa Bahaatti lafti hektaarri kuma 203 Qamadii jallisiin kan misoome ta’un ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.