Obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru

Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) –Obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.
Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaw Godina Goofaa aanaa Uubaa Dabra Tsahaayitti ijaarsa hoospitaala sadarkaa jalqabaa magaalaa Batoo daawwataniiru.
Hoospitaalli sadarkaa jalqabaa magaalaa Batoo ijaarsi isaa Birrii miiliyoona 25.5n bara 2008 kan eegale yoo ta’u, hoospitaalichi hanga amma otuu hin xumuramiin turuun isaa hawaasaaf madda komii ture.
Obbo Ristuu Yirdaw proojaktoota sababa garagaran harkifatan gara hojiitti galchuuf carraaqqii taasisaa jiru.
Hoospitaalli sadarkaa jalqabaa magaalaa Batoo adeemsi ijaarsa isaa ariitiin gara hojiitti akka galuun akka xumuramuuf mootummaan xiyyeeffanna ni laata jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment