Obbo Ristuu Yirdaaw Riqicha laga Abbayyaa daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Riqicha laga Abbayyaa daawwataniiru.

Riqichichi Birrii biiliyoona 1.4 oliin ijaaramaa kan jiru yoo ta’uu, ijaarsi isaa saffisaan raawwatamaa jiraachuu ibsameera.

Xumura bara baajataa kana xumuramuun tajaajila laachuu kan eegalu ta’uu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee naannoo Amaaraarraa argame ni mul ‘isa

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment