Obbo Ristuu Yirdaaw naannoo Kibbaatti hojii qonnaa arfaasaa fi gannaan hojjetamaan daawwataan

Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Itti aanaa preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw hoggantoota olaanoo mootummaa naannichaa waliin ta’uun naannoo Kibbaatti hojii qonnaa arfaasaa fi gannaan hojjetamaan daawwataaniiru.

Godinale Walayiitta, Guraagee fi Silxeetti daawwannaa taasisaniiru.

Aanaa Sooddoottis oomishaa Xaafii daawwaataniiru.

Aanichaatti Xaafii, Boqoolloo fi Qamadiin kanneen biroon baldhinaan oomishaama jiraachuu ibsameera.

Birhaanuu Bagaashaawtu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment