Obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti projaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru daawwatan

Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti projaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru daawwatan.
Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa, obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti pirojaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru daawwataniiru.
Projaktiin jallisii giddu galeessaa Kareb baasii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 60 caaluun Godina Guraagetti ijaaramaa kan jirudha.
Projaktiin jallisii kun ijaaramee xummuramuuf Birrii miiliyoona 400 akka barbaadu himameera.
Hojiin ijaarsa Projaktii kanaa bara dhufu akka xummuramu eegama.
Projaktiin misooma jallisii kun gaafa hojii eegale qonnaan bultoota kuma 2 fi 500 fayyadamaa ni taasisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment