Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Hawaasni Musliimaa akkuma kanaan dura tasisaa ture ayyaanicha namoota rakkatan garagaaruun kabajuu qaba jedhan.
Ayyaanichi kan nagaa , jalaaala, waldandaa’uu , tokkuummaafi waliif yaaduu akka ta’u hawwii qaban ibsuu isaanii ragaan Biroo Kominiikeeshinii Naannicharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.