Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Sooddootti iddoo balaan Ibiddaa itti muudatee ture daawwatan

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Sooddootti iddoo balaan Ibiddaa itti muudatee ture daawwatan.
Daawwannicharratti obbo Ristuu Yirdaaw fi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Kibbaa obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoo naannichaa argamuu isaanii ragaan Biiroo Dhimmoota Kominiikeeshinii Mootummaa Naannoo Kibbaarraa argame ni agarsiisa.
Tibba darbe magaalaa Sooddoo giddugala Gabaa Markaatooo jedhamuun beekkuma irra balaan Ibiddaa qaqqabe miidhaa cimaa geessisuun isaa kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment