Obbo Ristuu Yirdaan godina Halaabaatti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisan

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Preezdaantii naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan godina Halaabaatti proojektoota misoomaa garaagaraa Birrii miiliyoona 94oliin ijaaraman eebbisiisan.

Proojektoonni misoomaa kunneen dhaabbilee fayyaa 4 dabalatee gamoowwan bulchiinsaa kan of keessatti qabate ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Saganticharratti obbo Ristuu dabalatee hoggantoonni olaanoo naannichaa biroon argamuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment