Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa Mardaasaa adeemsa ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaaleessaa daawwataniiru.
Daawwanicharrattis Ministir Deettaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Warqinash Birruu, Ambaasaaddar Masfin Charinnat, Preezdaantii Federeeshiinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa obbo Isaayyas Jiraa fi keessummoonni biroo argamuu ragaan Komishinii Ispoortiirraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.