Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeffachuun maddii qoodan

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Baadriin Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun manguddootaa fi miidhamatoota qaamaaf maddii qoodaniiru.

Obbo Ordiin Magaalaa Harariitti Dhaabbata Haroomsaa Miidhamtoota Qaama Abrahaa jedhamutti argamuun maddii qoodaniiru.

Mootummaan naannichaa deeggarsa manguddootaa fi miidhamtoota qaamaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibsuu ragaan kominikeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment