Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaatti Daayrektara Afrikaa Bahaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaatti Daayrektara Afrikaa Bahaa Mahaammad Abdiikeer waliin mari’atan.

Mariisaaniin naannichatti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif furmaata waaraa haala kennuun danda’amurratti mari’achuu ergaa gama tiwiitara isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment