Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafeen Mahaammad Sagantaa Nyaataa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa Bahaa Mikaa’eel Diinfoordiin waliin mari’ataniiru.
Hongee naannicha muudate ilaalchisee mari’achuu isaanii obbo Musxafeen fuula tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Obbo Musxafeen lammiilee naannichaa sababa hongeen miidhaman baraaruuf deeggarsi midhaan nyaataa saffisaan kan barbaachisu ta’uu ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.