Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota qaamolee nageenyaa Federaalaa fi naannichaa waliin dhimmoota meeshaalee daldala kontiroobaandii ittsuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Marii isaaniin, naannoo Somaaleetti kan muul’atan daldalaa kontiroobaandii ittisuuf dhimmoota dandeessisan irratti xiyyeeffataniiru.
Kanarra darbees nageenyaa fi tasgabbii waliigalaa naannichaarratti mari’achuu isaanii ragaan biiroo kominikeeshinii naannichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.