Obbo Musxafeen Mahaammad godina Siitii aanaa Shiiniileetti buufata konkolaataa ijaarrame eebisiisan

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Itti aanaa preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad godina Siitii aanaa Shiiniileetti buufata konkolaataa ammayaa’aa ijaarrame eebisiisuun tajaajilaaf banaa taasisaniiru.

Baasii Birrii miiliyoona 15 kan ijaaramee buufanni konkolaataa kun kaare meetira kuma 12 uwwiseera jedhame.

Guyyaatti lammiilee kuma 7f tajaajilaa laachuu akka danda’uu hoogganaan Biiroo Geejjiba naannoo Somaalee obbo Rooblee Awaaleen ibsaniiru.

Buufatichi guyyaatti konkolaattotaa 200 ol keessumeessu danda’a jedhameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment