Obbo Musxafeen jaarsolii biyyaa fi dursitoots gosaa waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaa fi dursitoota gosaa waliin dhimmoota haala biyyaleessaa fi naannicharratti mari’ataniiru.

Haala hongee naannicha muudate dandamachuun danda’amurratti marii taasiisaniiru.

Maricharratti Obbo Musxafee dabalatee Itti gaafatamaan waajjira paartii Badhaadhinaa naanichaa Injinar Mahaammad Shaalee fi Hogganaan Biiroo Bulchiinsa fi nageenyaa obbo Mubashi Duubaddiin argamaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment