Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jila Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Baroonaald Koobiyaan durfamu waliin mari’ataniiru.
Obbo Musxafeen haala nageenyaafi deeggarsa namoomaa naannichaarratti jilichaaf ibsa laataniiru.
Gamtichi piroojektiiwwan misoomaafi hongee dandamachiisuuf deeggarsa akka taasisu gaafataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.