Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii Abbubakar Kaampoo waliin mari’ataniiru.
Obbo Musxafeen deeggarsa dhaabbatichi lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif taasiisaa jiru galateeffataniiru.
Dhaabbatichi yeroo itti akkaataa hojiilee naannichatti hojjetaa jiru cimsee itti fufuu danda’urratti mari’achuu isaanii Obbo Musxafeen fuula tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.