Obbo Musxaafee Mahammad Daandii Cirrachaa Birrii miiliyoona 153’n ijaarame eebbisuun tajaajilaaf banan

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahammad Daandii Cirrachaa Godina Fafeen Aanaa Qabribeyaani fi ganda Bulderii walqunnamisisu eebbisuun tajaajilaaf bananiiru.

Daandii Cirrachaa Kiloomeetira 56 baasii Birrii miiliyoona 153’n kan ijaaramee ta’uun ibsameera.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment