Obbo Musxaafee Mahaammad Jila Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaan Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammad Waldaa Fannoo Diimaa Idil Addunyaatti itti gaafaatamaa Ityoophiyaa kan ta’aan Niikoolaas Voon Ariiks waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin hongee muudate ittisuuf haaloota dandeessisaan irratti xiyyeeffataniiru.

Waldichi beelladootaaf talaallii fi nyaata dhiyeessuuf karooraa baasuun Laagahidaa, Quubii fi Maayaa Muluqootti sochii taasisaa jiraachuusaan ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment