Obbo Malaakuu Allebal hoggantoota Ejansii Korporeeshinii Intarnaashinaalii Jaappaan waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Indaastirii obbo Malaakuu Allebal hoggantoota Ejansii Korporeeshinii Intarnaashinaalii Jaappaan waliin mari’ataniiru.

Haala deeggarsa hojiilee damee oomishtummaa Indaastirii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ibsameera.

Sochii Indaastii Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jiru kan deeggaranii fi waloon hojjechuuf qophii ta’uu hoggantoonni Jaappaan bakka bu’uun maricharratti hirmaatan ibsuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment