Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun Itti Aanaa Bulchaa Baankii Biyyaalessa Xaaliyaanii Pooyeroo Sippaaloongaar waliin mari’ataniiru.

Qaamoleen lameen walga’ii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa fi Baankii Addunyaa Ameerikaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti dhimmoota waloorratti mari’achuu isaanii ibsameera.

Obbo Maammoo Mihiratuun guyyaa kaleessas Bulchoota Baankii Biyyaalessa Keeniyaa,Moozaambiikii fi Ugaandaa waliin mari’achuun isaanii kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment