Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun Ittaanaa Gargaraa Barreessa Misooma Diinagdee Ameerikaa Eerik Meeyar waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniinis, sagantaa fooyya’iinsaa diinagdee ityoophiyaa irratti kan xiyyeeffatee ta’uu eerameera.
Obbo Maammoon Wajjirri Misooma Diinagdee Ameerikaa guddina Ityoophiyaa saffisiisuu fi tasgabbii diinagdee akka mirkanaa’uuf gahee ijaarsaa bahachaa jiruuf galateeffataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.