Obbo Kadir Jawaar Ibraahiim Kaantibaa magaalaa Dirree Dawaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun obbo Kadir Jawaar Ibraahiim Kaantibaa magaalichaa taasiisuun filateera.
Miseensonni Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa filannoo marsaa 3ffaaf gaggeeffameen ummatan filataman 189 har’a  yaa’ii jalqabaa gaggeessaa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment