Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee himatamtoonni 18 gara mana sirreessaatti akka dabarfaman murtaa’e

Finfinnee, Fulbaana 14,2013(FBC)- Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee himatamtoonni 18 gara mana sirreessaatti akka dabarfaman murtaa’e.
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddiin Lidataa dhaddachi 1ffaa heera mootummaa fi yakka shororkeessummaa karaa eegumsaatin shakkiin yoo jiraate nan hordofa jedheera.
Himatamtoonni dhaddachatti hin dhiyaatin akka dhiyaatan ajajeera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
Comments (0)
Add Comment