Obbo Gadduun Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw dura taa’aa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’ataniiru.

Mariin Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts taasisaa jiran sadarkaa irra ga’erratti mari’ataniiru.

Obbo Gadduun, lagni Naayil fayyadamumma ummattootaa bifa mirkaneessen faayidaarra ooluu akka qabu ibsaniiru.

Comments (0)
Add Comment