obbo Gadduu Aandaargaachaw ergaa Dooktar Abiy Ahimadirraa ergame peezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomar Giillee harkaan ga’an

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) Gorsaan nageenya biyyoolessaa muummee ministiraa obbo Gadduu Aandaargaachaw ergaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadirraa ergame peezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomar Giillee harkaan ga’an.

Obbo Gadduun ergaa dhimma waaqtaawaarratti xiyyeeffate preezdaantichaan kan ga’an yoo ta’u, taarkaanfiin garee ABUT irratti fudhaatamaa jiru seera kaabachiisuu, yakkamtoota seeratti dhiyeessuu fi heera mootummaa kabachiisuu ta’uu ibsan.

Preezdaantichi olaanummaan seeraa nageenyi biyyaa aka kabajamu, tokkummaa fi guddina biyyaa akka mirkana’u kan taasisu ta’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa

 

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment