Obbo Dastaa Leeddaamoon sanyii Filatamaa Boqqoolloo baayya’achaa jiru daawwatan

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon sanyii filatamaa Boqqoolloo baayya’achaa jiru daawwataniiru.

Sanyii Filatamaa Boqqooloo aanaa Addaa naannawaa Hawaasaatti lafa hektaara 100 irratti baayya’achaa jiru daawwataniiru.

Sanyiin filatamaan baayya’achaa jiru hanqina dhiyeessii sanyii filatamaa mudatu firuuf qooda olaanaa qabaachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment