Obbo Dastaa Leeddaamoon lammiilee balaa sigiga lolaan miidhaman jajjabeessan

Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon lammiilee Godina Giddugaleessa Sidaamaa Aanaa Wenshootti balaa sigiga lolaan miidhaman jajjabeessaniiru.

Hospitaala Yirgaalemitti argamuun lammiilee balichaan miidhamanii yaalamaa jiran daawwachuun jajjabeessaniiru.

Aanichatti balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 11 darbuu fi miidhaan qaamaas qaqqabuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment