Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Seenaatara Ameerikaa Maayik Roondisin waliin mari’atan
Haala waqtaawaa fi hariiroo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.
Hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsanirratti hojjechuuf waliigaluu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.
Dhiyeessa deeggarsa namoomaa lammiilee rakkoof saaxilamanii ilaalchisee mari’ataniiru.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.