Obbo Dammaqaan  Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru.

Obbo Dammaqaan Jubaatti daawwannaa hojii guyyaa tokko taasisaniiru.

Daawwannaa isaaniitiin preezdaantii biyyatti Saalvaa Kiir waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti mari’achuu ragaan Waajjira Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment