Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa Abdii Sa’iid Muusee Alii waajjira isaniitti simachuun mari’ataniiru.
Aanga’oonni lameen hariiroo biyyoota lamaaniirratti mari’ataniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.