Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Veenziweelaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Veenziweelaa Yevaan Giil Piintoo waliin mari’ataniiru.

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Veenziweelaatti balali’uu akka eegalu Yevaan Giil Piintoon gaafataniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment