Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorwey Maarii Eeriiksan Sureeyid waliin Niwuu Yoorkitti mari’ataniiru.
Qaamoleen lameen dhimmoota waqtaawaarratti marii taasiisuu ragaan Waajjira Itti Aanaa Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.